Home » Entertainment » Ibsa Pir Lammaa Haala Yeroo irratti 29 06 2010

Ibsa Pir Lammaa Haala Yeroo irratti 29 06 2010

Written By OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network] on Thursday, Mar 08, 2018 | 12:24 PM

 
[OBN 29 06 2010] Tokkummaa ummata Oromoo cimsuuf hojii hojjatameen bu'aa gaarii argameera jedhan Pireezdaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obboo Lammaa Magarsaa. Uummanni gaaffii mirgaa gaafachaa jiru karaa nagaatiin gaafachuu cimsee itti fufu qaba jedhan.